Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin poolisii Finfinnee miseensoota poolisii kuma 1 fi 516 eebbise

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) –Komishiniin poolisii Finfinnee miseensoota poolisii marsaa 22ffaa fi 23ffaan leenjise kuma 1 fi 516 eebbiseera.
Itti Antuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee miseensoonni komishinii poolisii Finfinnee fi qaamoleen nageenyaa martuu nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa eeguuf aarsaan isaan baasaan olaanaa tahuu ibsaniiru.
Filannoo biyyaaleessaa bara kana gaggeeffamuu kara nagaa qabeessaan akka xumuramuuf hawaasa waliin qindoominaan akka hojjetaniif waamicha dhiyeessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.