Fana: At a Speed of Life!

Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa Bulchiinsaa Magaalaa Shaggaritti gaggeeffama jira

Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Konfiransiin Dargaggoota Oromiyaa 13ffaan Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar 1ffaan gaggeeffama jira.

Konfiransiin Dargaggoota oromiyaa 13ffaan Magaalaa Shaggar 1ffaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaaaa Furii Mana Barnoota Evarsattiitti mata duree”Hirmaannan Dargaggootaa Ijaarsaa Biyyaaf” Jedhuun gaggeeffama jira.

Konfiransichi irratti Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluu dabalatee koree qindeessituu Magaalaa Shaggar, hoggantoota Magaalaa shaggar,kutaalee Magaalaa,dargaggootaa kutaalee Magaalaa 12 irraa walitti bahaniifi keessummoonni garaagaraa argamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Bulchiinsa Magaalaa Shaggarirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.