Fana: At a Speed of Life!

Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.

Konfiransichi mata duree “Waadaa Gochaan Badhaadhina Itiyoophiyaaf” jedhuun geggeeffamaa jira.

Konfiransii kanaan Injifannoowwan gama siyaas -dinagdeefi hawaasummaatiin waggoota darban galmaa’an kan itti gamaaggamaman, Paartichi filannoo biyyaalessaan waadaan uummataaf seene dhugoomaa jiraachuu kan itti sakata’amaniifi kallattiin xiyyeeffannaa fulduraa kan itti kaa’amu ta’aan eegama.

Gammachiis Taarikuutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.