Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa furgugsite

Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela Baalaastikaa gara qarqara Galaanaa Baha Biyyattiitti furgugsuu ibsameera.
Misaa’eelli Kooriyaan Kaabaa furgugsite kun magaalaa guddoo Kooriyaa Kaabaarraa gara qarqara Galaanaa Baha biyyattiitti ta’uu Ajajoonni Waraanaa Kooriyaa Kibbaa ibsaniiru.
Yaaliin misaa’eelaa biroo jiraachuu hordoffii taasisaa akka jiran ibsuu isaanii TRT gabaaseera.
Kooriyaan Kaabaa bara kana irra deddeebiin yaalii misaa’eelaa taasiisaa jiraachuu ishee ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.