Fana: At a Speed of Life!

Kootdiivaar yeroo 3ffaaf Waancaa Afrikaa injifatte

Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa har’a gaggeeffameen Kootdiivaar galchii 2 fi 1’n Naayijeeriyaa injifatteetti.

Kootdivaar kanaan dura bara Faranjootaa 1992 fi bara 2015 shaampiyoonaa taatee turuun ni yaadatama.

Tapha baranaanis Naayijeeriyaa waliin walitti kan dhufte qopheessituun Waancichaa Kootdiivaar 2 fi 1’n injifachuu kan dandeessee yeroo 3ffaaf shaampiyoonaa taateetti.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.