Fana: At a Speed of Life!

Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatame

Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Balaa Heliikooptaraan muudateen kan du’an Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatameera.

Sirni awwaalchaa Ibiraahim Raa’isii bakka qulqulluu jedhamu magaalaa Mashaad keessatti raawwateera.

Balichaan waliigalaan lubbuu namoota torbaa darbuun kan yaadatamuudha.

Ministirri Dhimma Alaa biyyattii balaa kanaan lubbuu isaanii dhaban kaleessa sirni awwaalcha isaanii raawwatame.

Sirni awwaalchaa Ibraahiim Raayis har’a bakka hoggantoonnii fi aanga’oonni biyyoota 68 olii argamanitti raawwatamuu Reuter fi BBCn gabaasaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.