Fana: At a Speed of Life!

Koreen Dhaabbichaa Bulchiinsa Magaala Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti kenna tajaajilaa sektarootaa daawwate

Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa Bulchiinsa Magaala Shaggar Kutaa Magaalaa Sabbataatti kenna tajaajilaa sektarootaa daawwateera.

Jilli Koreewwan Dhaabbii, Dhimma Misooma Magaalaa Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu, magaalichaatti kenna tajaajila buufata fayyaa, waajjira lafaa, galii fi dabarsa manneenii daawwateera.

Daawwannaa boodas,ciminaaleefi hanqinaalee jiran ilaalchisee hoggansa kutaa magaalichaa waliin mari’achuun duubdeebii kennuu ragaan Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.