Fana: At a Speed of Life!

Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa walga’ii idileessaa gaggeesse

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa walga’ii idileessaa gaggeesseera.
Korichi adeemsa olaantummaa seeraa naannoo Tigiraayitti gaggeeffamera miidhaa namoomaa fi haawasumma qaqqaberratti raawwii kenniinsa duubdeebii akkasumaas naannoo miidhaaman deebii dhaabuu irratti marii’ateera.
Dhiyeessii deeggarsa namoomaa akkasumas deebisanii dhaabu irratti raawwii jiru gabaasa dhiyeesseera.
Deebii ariifachiisaa laachun cimee itti fufu akka qabu waliqabduun korichaa Ministirri nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamil ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.