Fana: At a Speed of Life!

Kutaa magaalaa Boolee naannoo Atilaasitti balaan ibiddaa qaqqabee

Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee naannoo Atilaasitti kuusaa fi mana jireenyaarratti balaan ibiddaa muudateera.

Balaan ibiddichaa mana amantaa qulqulluu Uraa’eelii fi Atilaas akkasumas Hospiitala Tseggaa gidduutti kan argamuu kuusaa suuqoota daldalaarratti ta’uu qaqqabuu ibsameera.

Balaa ibiddicha to’achuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Komiishiniin hoggansa sodaa balaa magaalaa Finfinnee beeksiseera.

Ogeessi hariiroo uummataa komiishinichaa obbo Nigaatuu Maammoo akka ibsanitti, komishinichi

baliicha to’achuuf kallatti arfaniin konkolaattootaa fi ogeeyyi ramaduu himaniiru.

Maddi:-EBC

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.