Fana: At a Speed of Life!

Kutaa Magaalichaatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 400 oliin ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Kutaa Magaalaa Booleetti Piroojektoonni Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaaraman eebbifaman.

Ittaanaan Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay piroojektoonni 47 bara baajataa 2014 Kutaa magaalichaatti hojjetaman guyyaa har’aa eebbisiisuun tajaajilaaf bananiiru.

Piroojektoonni kunneen dareewwan barnootaa 19, giddugaloota dargaggoo 7, dhaabbata laabiraatooriifi tajaajila qorichaa 1, ijaarsaafi haaromsa manneen kitaabaa, sheediiwwan 27 kan of keessatti haammatan ta’uu eerameera.

Mahaaleet Taklabiraantu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.