Fana: At a Speed of Life!

Kutaan Magaalaa Addis Katamaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Kutaan Magaalaa Addis Katamaa Birrii miiliyoona 70 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiiseera.
Dargaggoota, hoggantootaa fI miseensoota raayyaa Ittisa biyyaa duraanii kutaa magaalichaa duula birmadummaatti makamaniif gaggeessan taasiifameera.
Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinnee Obbo Zhaanxiraar Abbay dabalatee hoggantoonni mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi kutaa magaalaa Addisa Katamaa saganticharratti argamuu AMN gabaaseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.