Fana: At a Speed of Life!

Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa daawwatame

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee fi Dodolaa meekaanaayzeeshiniidhan misoomaa jiru daawwatame.
 
Hoggansi olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa qonna godina Arsii Lixaa daawwateera.
 
Jilicha kan hogganaan sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti, hogganaan kilaastara qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen qonna ammayyeesuuf mootummaan hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
 
Daawwichi kan taasifame godina Arsii Lixaatti lafa qonna mootummaa godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee fi Dodolaati.
 
Lafti qonnaa Goofar; aanaa Kofalee fi Seeroftaa Dodolaa heektaara kuma 14 oliiti.
 
Lafti qonnaa kun bifa makaanaayzeeshiniitin misoomaa jira.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.