Fana: At a Speed of Life!

Lakkoofsi namoota kaardii filannoo fudhatanii miiliyoona 31 caaluu ibsame

Finfinnee, Eebila 30, 2013 (FBC) – Hanga ammaatti lakkoofsi namoota kaardii filannoo fudhatanii miiliyoona 31 fi kuma dhibba 7 fi kuma 24 caaluu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise.
Filattoota galmaa’an keessaa % 54 dhiiroota % 46 ammoo dubartoota ta’uu boordichi ibseera.
Buufatalee Filannoo kuma 43 fi 17 irratti galmeen filattootaa gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Boordii Filannoo Biyyaaleessarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.