Fana: At a Speed of Life!

Lammii kuraatti weeraraa lafaan kan shakkaman hoggantootaa 37 keessa 12 to’ataman

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Finfinnee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti Hojii Gaggeessaa Kutaa Magaalichaa dabalatee weerara lafaan hojjettoota shakkaman 37 keessaa 12 to’annoo jala oolfamuu Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee beeksise ibsame.

Yakka weeraraa lafaan walqabatee qorannoo addaa baasuu gaggeeffamaa tureen hoggantoota, ogeeyyii, faddaaltotaa fi hawaasa keessaa kanneen yakkicha keessatti hirmaatan namoota 37 seeraan itti gaafatamtoota taasisuuf hojiilee eegalamaniin 12 poolisiin to’atamuun ibsameera.

Kanneen hafan to’annoo jala oolchuuf hordoffiin taasifama jiraachuu fi hojii addaa baasuu ammallee cimee kan itti fufu ta’uu ibsamuu ragaan Kominikeeshinii Magaala Finfinneerraa argama ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.