Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 35 Beeruutii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Beeruut keessa jiraachaa turan 35 gara biyyaa deebi’aniiru.

Waajjirri Qoonsilaa Jeneraalaa FDRI mana hojii Immigireeshinii Libaanoos waliin dubbachuun lammiileen kunneen gara biyyaa akka deebi’an taasiifamuu ibsameera.

Lammiileen har’a gara biyyaa deebi’an kunneen kanneen Baatii Muddee gara biyyaa deebi’uuf galmaa’anii ragaa yaalaa dhiyeeffatan ta’uu ragaan Beeruuttitti Waajjira Qoonsilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

 

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

 

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.