Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 437 Sawuud Arabiyaa fi Libaanoos irraa deebi’an

Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 437 Sawuud Arabiyaa fi Libaanoos irraa deebi’an.
 
Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 437 Sawuud Arabiyaa fi Libaanoos irraa deebi’aniiru.
 
Lammiilee Ityoophiyaa har’a deebi’an keessaa 293 Sawuud Arabiyaa irraa yoo ta’an 144 ammoo Libaanoos irraa kan deebi’anidha.
 
Lammiileen kunneen wayita Buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’anitti hoggantoonni Ministeera dhimma alaa fi waajjiraale dhimmi ilaalatu irraa bakka bu’an simannnaan taasifameeraafi.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.