Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 33 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 33 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 2 dubartoota yoo ta’an, 7 ammoo daa’imman ta’uu ta’uu eerameera.
Hanga ammaatti lammiileen Saa’ud Arabiyatti haala rakkisaa keessa turan kumni 59 fi 334 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartoota fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.