Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen kumni 1 fi 199 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 199 har’a balalliiwwan sadiin gara deebi’aniiru.
Ebla 4, 2016 eegalee hanga ammaatti lammiilee kumni 28 gara biyyaa deebi’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarra argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.