Fana: At a Speed of Life!

Liigiin Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa yaa’ii idilee 1ffaa Magaalaa Adaamaatti eegale

Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) – Liigiin dargaggoota paartii badhaadhinaa yaa’ii isaa 1ffaa bakka miseensotni liigichaa 1200 ol argamanitti Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegaleera.

Yaa’iin 1ffaa liigichaa dhaadannoo ” Dargaggoo Badhaadhina Ityoophiyaa fi Afrikaaf Hojjetu ” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Itti Aanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraa fi Miseensi koree hojii raawwachiiftuu Paartii badhaadhinaa Dooktar Alamuu Simee dabalatee keessummoonni biroo argamaniiru OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.