Fana: At a Speed of Life!

Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 2 Liivarpuul

Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Ingilaandi Torbee 32ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitidii fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixaan xumurameera.

Taphni darbii Laankishaayerii yeroo 214ffaan hawwiin eegamaa ture galchii 2 qixaan xumurameera.

Tapha torbee 32ffaa kanaan Carraan Liivarpuul liigicha dursuuf qabu jalaa fashalaa’eera.

Darbiin Laankishaayer qixaan xumuramuu hordofee Arsenaal ligicha dursuu itti fufeera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.