Fana: At a Speed of Life!

Maaraatooniin Dubaay koorniyaa lamaaninuu injifannoo Atleetoota Ityoophiyaan xumurame

Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) – Dorgommii Maaraatooniin Dubaayitti gaggeeffameen koorniyaa lamaaninuu Atleetoonni Ityoophiyaan injifatan.

Dorgommii Atleetoota dhiiraa gidduutti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 10ffaa ba’uun xumuraniiru.

Dubartootanis Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa hanga 10ffaa ba’uun xumuraniiru.

Atleet Abdiisaa Tolaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa 5 fi sekoondii 42n xumuruun 1ffaa yoo ba’u, dubartootaan ammoo Atleet Dharraa Didhaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 11 xumuruun 1ffaa baateerti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.