Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Axaayyeetti manneen jireenyaa garee shororkeessitoota Shanee fi ABUT’iin barbada’aan ijaaruuf dhagaan bu’uura kaa’ame

Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Magaalaa Axaayyeetti manneen jireenyaa garee shororkeessitoota Shanee fi ABUT’iin barbada’aan ijaaruuf dhagaan bu’uura kaa’ameera.

Dhaabbanni tola oltoota Ityoophiyaa Kaanaadoota Neetwoork deeggarsa namoomaatif magaalaa Axaayyeetti manneen jireenyaa garee shororkeessitoota Shanee fi ABUT’iin barbada’aan ijaaruuf dhagaan bu’uura kaa’eera.

Kantiibaan magaalichaa Asallaf Darribee akka himaniitti, magaalichatti Shanee fi ABUT waliin ta’uun manneen jireenya 420 fi hooteloota girooseerii 50 barbadeessuun namoota 250 ol ammo ajjeesaniiru.

Marsaa jalqabaatiin doolaaraa Ameerikaa kuma dhibba 1 fi kuma 60 manneen 9 ijaaruuf Waldaan Misoomaa Amaaraa fudheera.

Alamaayyoo Garramuutu gabaase

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.