Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Daabaatiitti lootee seentoonni miseensota garee shororkeessaa to’ataman

Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Walloo Kaabaa Magaalaa Daabaatiitti lootee seentoonni miseensota garee shororkeessaa ABUT 150 to’atamuu ibsame.
 
Lootee seentoonni Miseensota garee shororkeessaa ABUT magaalaa Daabaat seenuuf yaalii taasiisaa turan 150 to’atamuu Bulchiinsi magaalattii beeksiiseera.
 
Namoonni kunneen keessaa 17 hoggantoota garee ABUT waliin kallattii dhidha qabaachuun isaanii akka hin oolle Kaantibaan Magaalaa Daabaat obbo Kibiruu Asaffaa Faanaa Broordkaastiing Korporeetiif himaniiru.
 
Shakkamtoota kanneenirratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu himaniiru.
 
Ololli garichi magaalaan Daabaat harka isaanii galuu tamsaasu soba ta’uu fi magaalattiin yeroo ammaa tasgabbii gaariirratti argamuu kaasaniiru.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.