Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dabra Birhaanitti warshaaleen kaappitaalaa Birrii biiliyoona 2.6 galmeessan afur eebbifaman

Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Magaalaa Dabra Birhaanitti warshaaleen kaappitaala Birrii biiliyoona 2.6 galmeessan afur eebbifamaniiru.

Ittigaafatamaan Qajeelcha Invastimantii Magaalattii Obbo Birhaan Gabirahiiwot, pirojektoonni invastimantii 17 baasii Birrii biiliyoona 10.3’n ijaaraman barana oomisha eegaluu ibsaniiru.

Kanneen keessaa warshaaleen afur jechuunis Warshaaleen Omisha MDF, Teeknooloojii Huccuwwanii Jiinsuu Itiyoophiyaa, Warshaa Nyaataa Liheem fi Warshaa Omisha Pilaastikoota Hinduu har’a eebbifamaniiru.

Pirojektoonni kunneen lammiilee kuma 3 oliif carraa hojii akka uuman ibsameera.

Girmaa Nasiibuutu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.