Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa mudateen suqoota 48 irra miidhaan qaqqabe

Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa qaqqabeen suqoota 48 irraa miidhaan qaqqabuu poolisiin beeksiseera.
Itti gaafatamaan waajjira poolisii bulchiinsa magaalichaa inispeektar olaanaan Ajanaaw Addis, balaan ibiddichaa kan qaqqabbee gidduugala gabaarratti ta’uu himaniiru.
Ka’umsa balichaan tilmaama qabeenyaa barbadaa’ee poolisiin qulqulleessa akka jira jedhaniiru.
Balichaan namarraa miidhaan qaqqabee akka hin jirrees himaniiru.
Madd:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.