Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti balaa Ibiddaa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu barbadaa’e

Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) – Balaa Ibiddaa halkan Edaa kutaa magaalaa Finfinnee garaagaraatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsame.
Halkan Edaa kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii, Eekkaa fi Kolfee Qaraaniyootti balaa Ibiddaa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 fi kuma dhibba 5 fi kuma 50 olitti tilmaamamu barbadaa’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa magaalaa Finfinnee beeksiise.
Ibiddicha dhaamsuuf hirmaannaa taasiifameen qabeenya Birrii miiliyoona 67 olitti tilmaamamu baraaruun danda’amuu himameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.