Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugaloonni Ispoortii 51 baasii Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarraman  eebbifaman.
Bulchiinsi magaalichaa gaaffilee hawaasa Ispoortii bara dheeraa deebisuuf hojii hojjeteen iddoolee oolmaa dargaggoo kanneen yeroo gabaabaa keessatti ijaarsiisuun xummursiisuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.