Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti hojiin suphaa daandiwwan Aspaaltii gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daandiwwan Aspaaltii sababa Roobaa fi tajaajila yeroo dheeran miidhaman suphuu gaggeeffamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Daandiwwanii magaalichaa beeksiise.
Abbaan Taayitichaa bara baajataa kana Daandiwwan sababa tajaajila yeroo dheeraa fi Rooba cimaan miidhaman Kiiloo Meetira 568 fi boo’iiwwan lolaa adda addaa suphuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu ragaan Abbaa Taayitaa Daandiwwanii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.