Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti intarpiraayizoota 315f beekkamtiin laatamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinneetti Intarpiraayizoota 315f beekkamtiin laatamaa jira.

Sirnicharratti itti aantuu kantiiba magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi hooggansi Mootummaa sadarkaa federaalaa fi bulchiinsa magaalaatti jiran argamaniiru.

Intarpiraayizoonni guddattuu giddugaleessaa beekkamtii argatan 315 yoo ta’an, dameewwan hojii garagaraa irraa kanneen fakkeenyummaa fi kaappitaala galmeessisaniin filatamaniidha.

Dameewwan hojii Manufaakchariingii, Konstiraakshiniifi Qonna magaalaa irraa kanneen kaappitaala Birrii Miiliyoona 1 fi walakkaa galmeessisaniif beekkamtiin laatamaa kan jiru

Malaakuu Gadiiftu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo Waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.