Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti Proojektoonni baasii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 30n ijaaraman 47 ebbifaman

Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaatti Proojektoonni baasii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoon 30n ijaaraman 47 eebbifamuun hojii eegaluu ibsameera.

Hogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee obbo Mallas Alamuu fi itti aantuu hojii gaaggeessituun Kutaa Magaalaa Araadaa Dooktar Haannaa Yashiingus manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Miniilik 2ffaatti hojjetaman eebbisuun hojii eegalchiisuu ragaan Paartii Badhaadhina Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.