Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Miizan Amaanitti dhaabbilee nageenyaa waliin mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Magaalaa Miizan Amaanitti dhaabbilee nageenyaa federaalaa fi naannolee waliin mariin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Waltajjicha Ministeerri Nageenyaa fi Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa waloon qopheessuu ibsameera.
Waltajjichaarratti Ministira Ministeera Nageenyaa obbo Binnaalfi Anduwaalemii fi Itti aanaa Preezdaantii naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Dooktar Injiinar Nagaash Waageeshoo dabalatee hoggantoonni mootummaa hedduun argamuu ibsameera.
Gabaasni raawwii baatiwwan naanno sagalii naannolee fi bulchiinsa magaalootaa dhiyaachuun mariin irratti kan gaggeeffamu ta’uu himameera.
Tasfaayee Mirreessatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.