Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Naqamteetti Oolmaan dargaggootaa Birrii miiliyoona 108 ijaarramuu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa magaalaa Dargee keessatti Oolmaan Dargaggootaa Birrii miiliyoona 108 ijaarramuu eegalameera.

Oolmaan Dargaggoota kun bakka daakaa Bishaanii, Dirree kubbaa Miilaa dabalatee iddoowwan Bashannanaa gargaara of keessa qabaachuu ibsameera.

Oolmaan kun gaaffii yeroo dheeraa dargaggoota magaalichaa kan ture ta’uu eerameera.

Galaanaa Tasfaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.