Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Laallibalaa harka diinaa jalaa bilisoomte

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Magaalaan Laallibalaa wareegama Raayyaan Ittisaa fi Qaamoleen nageenyaa biroo kaffalaniin harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Dawoo diinaa adda waraanaa Gaashanaa kan cabse gootichi Raayyaa Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa Magaalaa Seenaa qabeettii Laallibalaa fi Buufata Xiyyaaraa Idil addunyaa Laallibalaa to’annoo jala oolchaniiiru.
Injifannoo adda waraanaa Hoggansa Muummee Ministiraan eegalame adda waraanaa hundatti bu’aa gaarii galmeessaa jiraachuu ibsameera.
Gootichi Raayyaa Ittisaa Biyyaa fi qaamoleen nageenyaa biroo Laastaa Laallibalaa bilisoomsuun magaalaa Saqoxaa to’achuuf imala isaanii itti fufuu Tajaajilli Kominishinii Mootummaa ibseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.