Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara baajatichaatti wixineewwan labsii 58 ragga’uu beeksise

Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara baajatichaatti wixineewwan labsii 58 ragga’uu beeksise.

 

Manni marichaa bara baajataa 2012 ilaalchisuun gabaasa miseensoota isaaf dhiyeesseen, bara baajatichaatti kan raggaasise labsiiwwan 58 dabalatee mana maree federeeshinii waliin yaadoota murtoo 12 ragga’uu eereera.

 

Kanarra kan darbe weerara covid-19 raawwii karoora mana marichaarratti dhiibbaa olaanaa akka kaa’ee gabaasichaan ibseera.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.