Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Kibbaa walga’ii idileessa gaggeesse

Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Kibbaa walga’ii idileessa 209ffaa gaggeessen ajaanda garagaraarratti mari’achuun murtii dabarseera.

Manni maree bulchiinsichaa walga’ii gaggeesseen wixinee dambii hojii albuudaarratti mari’chuun murtee dabarsuusaa ragaan waajjira   dhimmoota kominikeeshinii naannoo Kibbaa arganne ni muldhisa.

Dabalataniis ijaarsa gandoota magaalootaa ilaachisuun yaada murtee dhiyaate irratti mari’atee raggaasiseera.

Manni maree bulchiinsichaa ijaarsa qaamolee raawwachiiftu mootummaa naanichaa fi qajeelfama hojii ilaalchisuun mari’achuun raggaasiseera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.