Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 95ffaa gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarseera

Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 95ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa wixineewwan labsii dhimmoota garaagaaraarratti dhiyaatan erga irratti mari’atee booda murtoo dabarssu ragaan waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.