Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira

Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Naannoon Somaalee yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiraachuun eerame.

Har’a kan jalqabe yaa’iin naannichaa guyyoota sadiif kan turu yoo ta’u, bara baajataa xumurametti raawwii misoomaa, nageenyaa fi bulchiinsa gaarii gamaaggamuun ni mari’ata jedhameera.

Akksumas raawwi karooraa manneen murtii, oodiitara olaanaa naannichaa, baajataa fi karooraa bara 2015’rratti mari’achuun ni raggaasisaan akka eegamu ibsameera.

Maddi:-TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.