Fana: At a Speed of Life!

Manni Marichaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa gamaaggamuu eegale

Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016 gamaaggamuu eegaleera.
Gabaasni raawwii hojii Damee Haqaa, Hawaasummaa, Diinagdee dhiyaachuun irrratti mari’atamaa jiraachuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.