Fana: At a Speed of Life!

Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffise

Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffisuu himame.
 
Manni murtii aanaa magaalaa Biishooftuu abbaan alangaa beellama yeroo himannaa guyyoota 15 gaafate eeyyameera.
 
Manni murtciaa hanga himanni banamutti buufata Poolisii akka turu ajajeera.
 
Taariik Addunyaatu gabaase.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.