Fana: At a Speed of Life!

Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC)- Magaalaa Maqaleetti humni elektirikaa addaan citee ture deebi’uun tajaajila laachuu eegaleera.
Miidhaan Bu’uraalee misoomaa humna elektirikaarratti qaqqabee suphamuuni tajaajila akka laatuu kan taasifameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.