Fana: At a Speed of Life!

Mariin dargaggootaa fi dubartootaa haala yeroorratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Mariin dargaggootaa fi dubartoota naannoo Oromiyaa haala yeroorratti xiyyeeffate Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Mariin kanarrattis,itti gaafatamaan Sub-Qunnamtii Ummataa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa obbo Taayyee Danda’aa dabalatee, hoggantoonni olaanoon Naannoo Oromiyaa argamuu OBN gabaaseera.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.