Fana: At a Speed of Life!

Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 11 olitti tilmaamaman to’ataman

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 11 olitti tilmaamaman Konkolaataa waliin to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.

Uffataaleen, qorichaaleen, meeshaaleen Shishaa fi Tambooleen garaagaraa karaa seeran alaa Jibuutii ka’uun Finfinnee seenuuf ture konkolaataa waliin to’atamuu ibsameera.

Hordoffii fi to’atannoo taasiifamaa tureen Magaalaa Finfinnee naannawaa Hayilee Gaarmanti jedhamuun beekkamutti to’atamuu ibseera.

Namoonni dhuunfaan dhimmicha waliin Shakkaman 2 toannoo jala ooluu eereera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.