Fana: At a Speed of Life!

Ministeerichi Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaache

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaacheera.

Ministirri Ministeera Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Injinar Ayishaa Nahaamnad sagantaa Maaddii Guutuu beeksiisu naannoo Somaaleetti gaggeeffameerratti Paampiwwan Bishaanii hojii Qonnaaf tajaajilan 400 Pireezidaantii naannichaa Obbo Musxafee Mahaammadiif laataniiru.

Dabalataan abbaan qabeenyaa oomisha Paampii Bishaanii Maantoo jedhamu paampiwwan 10 naannichaaf gumaacheera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.