Fana: At a Speed of Life!

Ministeerri Fayyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasise

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Ministeerri Fayyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 ol taasiseera.

Deeggarsichaan maallaqni callaan miiliyoona 30 kan taasifamee yoo ta’uu, Birrii miiliyoonni 1.5 ammoo akaakuu garagaraa ta’u ibsameera.

Deeggarsichaas Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan raayyaa ittisa biyyaatti Ministir deetaa Ministeera damee faayinaansii aadde Maartaa Liwuujiif laachuusaanii ragaan Ministeera Fayyaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.