Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Ityoophiyaatti bakka buutuu Fandii Poopulaashinii Deeniiyaa Gaayli waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Ityoophiyaatti bakka buutuu Fandii Poopulaashinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Deeniiyaa Gaayli waliin marii’ataniiru.
Ityoophiyaan hariiroo baroota dheeraa fandii waliin qaban itti fufsiisuu kutannoo qabaachuu Dooktar Liyaan himaniiru.
Naannoo Tigiraay dabalatee lammiilee miidhaman deebisanii dhaabuuf waloon hojjechuuf marii’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.