Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Kuweetitti daawwannaa hojii taasisaa jiru

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) –  Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Kuweetitti taasisaa jiraachuu ibsameera.

Muummeen Ministiraa Kuweet Sheeki Saabaahi Kahaaliid Alhaamaad Alsaabaahi jila Ministira Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamuuf masaraa mootummaa Baayaanitti simannaa taasisaniiruufi.

Sirna simannaa kanarratti Ministira Ministeera Boba’aa fi Barnoota Olaanoo Kuweet  Dooktar Mohaammad  Aalfaariis dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon argamaniiru.

Jilichi daawwannaa hojii cinaatti tumsa diinagdee biyyoota lameenii ilaalchisee marii bu’a qabeessa taasisuu ibsameera.

Maddi :- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.