Fana: At a Speed of Life!

Miseensota Raayyaa Ittisaa Ajeja Kibbaa raawwii hojii olaanaa galmeessiissaniif guddinni sadarkaa kenname

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Miseensota Raayyaa Ittisaa Giddugala Leenjii Ajeja Kibbaa yeroo tajaajila isaanii uwwisanii fi raawwii hojii gaarii galmeessaniif guddinni sadarkaa kennamaeera.
Guddinni sadarkaa kenname miseensonni kunneen dirqama isaanii caalmaatti akka ba’anii fi hojii caaluuf kan isaan kakaasu ta’uu Ajejaa Olaanaan giddugalichaa Kolooneel Dajanee Tsaggaayeen ibsaniiru.
Miseensonni kunneen itti gaafatamummaa itti laatame ga’umsaan raawwachuun kanneen barnootarra jiraniif fakkeenya ta’uu qabu jechuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.