Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessan

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessaniiru.
EBCn adeemsa ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa akka ba’u gaafataniiru.
Hojjettoonni dhaabbatichaa ergamaa fi jijjiirrama biyyaaleessa milkeessuuf damaqinaan hojjechuu akka qaban hubachiisuu EBCn gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.