Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuu isaaniif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsa isaaniin, Preezdaant Hasan Sheek Mahaammad waliin hariiroo biyyoota lamaanii fi dhimmoota naannichaarratti waloon kan hojjetan ta’uu himaniiru.

Filannoo Preezdaantummaa guyyaa kaleessaa gaggeeffameen Hasan Sheek Mahaammad Preezdaantii Somaaliyaa ta’uun filatamuun kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.