Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan

Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yuunivarsiitichi mooraa isaa hojii baruufi barsiisuu mijataa taasisuuf hojii fakkeenya ta’u hojjechuu ibsaniiru.

Yuunivarsiitichi hojii boonsaa mooraa isaa miidhagsuun hojjete rakkoo hawaasa naannoo isaa furuuniifi hayyoota sadarkaa idil addunyaatti dorgomuu danda’an oomishuun irra deebi’a jedheen amana jedhan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.